×
BARBAADI
Waa'ee jreenyaa fi
 jiraachuu Waaqayyoo beekuuf

Waa'ee marsariitii kanaa

Marsariitii bilisummaadhaan waa'ee jireenyaa fi waa'ee Waaqayyoo itti gaafattan.

Marsariitiin kun barruulee ga-ggabaaboo adda addaa, shaakala jireenya dhugaa, gaaffii fi deebii jireenyarratti xiyyeeffatan of keessaa qaba. Itti dabalees bakkatti gaaffiiwwan waa'ee Waaqayyoo qabdan hundaaf deebii argattanidha. Deebii gaaffii keessaniif teessoo e-mailii dhuunfaa keessanitti isinii erguuf qophii qabna. Hawwiin keenya waamichaa jaalalaa isa Waaqayyo isiniif qopheesse akka beektan, akka simattanii fi kanas ammarraa kaasee hariirroo dinqii kana isa waliin akka eegaltan isin gargaaruudha.

Marsariitiin kuni Dhaabbata Ministrii Gireet Komishinii Itoophiyaa keessatti Tajaajila Sochii Miidiyaa hawaasaatiin kan qophaa'edha.

Kennaa jireenyaa fi jaalalaa isa Waaqayyoon beekuudhann argamu akka argattan abdii qabna. Hariirroon sammuu fi onnee namaa boqochiisu, inni jaalalaan guutame michummaa akkasii isa Waaqayyo nuuf qopheesse kana kan caalu waan biraan hin jiru.


 Waaqayyo waliin hariirroo eegaluu
 Gaaffiin qaba

FUULA KANA NAMOOTA BIROOF ERGAA
WhatsApp Share Facebook Share Twitter Share Share by Email More